Fuula Dura

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
ISO 639 Icon om.svg
Anaadhufu gara Wikipiidiyaa
ensaaykilopiidiyaa bilisaa kan namuu gulaaluu danda'u.

Barruu 1,075 Afaan Oromoon

Flag of the Oromia Region.svg
Tarree Fuula Hundaa · Jijjiirama Dhihoo · Gargaarsa · Barreessuu
9 Bitootessa 2022
Mata Duree Har'aa
Gareewwan
Nuvola apps edu science.svg


Gnome-fs-client.svg


Nuvola apps kcoloredit.svg


Icon tools red.svg


Flag of the Oromia Region.svg

Oromiyaan kutaalee Itoophiyaa kurnan keessaa tokkodha. Ballina lafa bahaa hanga kibba-dhihaa biyya keessatti 353,632 km² ta'e qabaatee, baayyina uummataa bara 2002 tilmamee hanga miliyoona digdamii-afurii qabdi, kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyyaa keessaa tokkofaa ishee tasisaa. Isheenis kan ofii keessa qabduu: kutaa Arsii, Baalee, Harargee, Iluu Abbaa Booraa, Kafaa, Shawaa, Sidaamoo fi Wallagga of keessaa qabdi, Booranaa fi Gujiin Sidaamoo jalatti walitti qabama turan. Magaalaan guddoon Oromiyaa durii Finfinnee yoo taatu, kan ammaa garuu Adaamaadha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebbite. Magaallan gugguddoon biraa Oromiyaa keessatti argaman Adaamaa, Amboo, Asallaa, Bishooftuu, Dambidoolloo, Fiichee, Gimbii, Gobbaa, magaalaa Jimmaa, Mattuu, Nagallee Booranaa, Naqamtee, Shaashamannee fi Walisoo dha.





Poortaalii


Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin