Seenaa

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Fakkii "Historia" dhaan Nikolaa'os Giyziis.

Seenaan qorannoo waan darbee ti, keessaahuu nama wajjin walqabatee. Seenaan gocha yeroo darbe kan qoratu, madda seenaa irratti hundaa'uun qorata. Maddootni seenaa kunis madda seenaa tokkoffaa fi madda seenaa lammaffaa jedhama.

{{{Maqaa}}}