Wikipedia:Xinnoo

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Xinnoo kan jedhamu barruu odeeffannoon isaa baay'ee xiqqoo ta'uu irraa kan ka'e akka ensaaykilopiidiyaatti hin ilaallamneef. Barruu xinnoon odeeffannoo barbaachisoo muraasa kan qabuu fi babal'achuu kan danda'uudha. Fuula barruu kan hin taane kanneen akka qajojii, ramaddi, fuula haasa akka barruu xinnootti hin ilaallaman.